Eenyuutu tajaajila argachuu danda’a?
Tajaajilli hiikkaa fayyadamtoota sirna odeeffannoo bulchiinsa tajaajila hiikkaa keessatti gahee armaan gadii qabaniin ajajamuu danda’a:
• fudhattoota tajaajilaa (RB) sirnicha keessatti galmaa’an;
• maamiltoota tajaajila kennuu (fkn dhaabbilee mootummaa fi bakka bu’oota isaanii);
• Hojjettoota bulchiinsa sirna odeeffannoo Ejensii Simannaa fi Ida’amuu (Ejensii).